Filannoon biyyaalessaa Itoophiyaa marsaa 7ffaa Waxabajjii bara 2026 gaggeeffamu haqa qabeessa ta'a jedhee akka hin amanne Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO) beeksise. Filannichi 'fakkeessudhaaf' kan ...
Hanqina boba'aa sababa waraana Baha Jiddu-galeessaan uumame damdamachuuf mootummaan murtoowwan garaagaraa dabarseera. Ministirri daldalaa fi walitti hidhamiinsa qaxanaa Kaasahun Gofee rakkoo kanaan ...