Maqaa qabsoo Falmattuu Sabaa jedhamuun beekamti. Qabsoo barattootaatii hanga qabsoo hidhannootti dubartii jabinaan beekamtudha. Manneen hidhaa Itoophiyaa keessatti dararaan irra gaheera. Erga dirree ...
Hanqina boba'aa sababa waraana Baha Jiddu-galeessaan uumame damdamachuuf mootummaan murtoowwan garaagaraa dabarseera. Ministirri daldalaa fi walitti hidhamiinsa qaxanaa Kaasahun Gofee rakkoo kanaan ...