Taphattoota Arsenaal 18 gareelee biyyaalessaa isaaniif tibba kana akka tapahatan waamaman keessaa 11 miidhama qabna jechuun taphoota biyyasaaniirratti hin hirmanne. Arsenaal yaaddoo miidhama ...